Texte zu Liedern Lyrik-Generator Preise Meine Lieder

P

Song generated By ✨LyricsintoSong.com

Song Cover
v1

@ Solomon Tibebu

2026-05-07 23:32:12

Liedtexte

Chorus)
Mallattoo barreessaa, sirnaan haa barannu
Ergaa nuuf ibsa, ifa haa taasisnu!
​(Verse 1)
Tuqaa (.) goolaba, gabaajeefis oola
Gaaffiin (?) deebii barbaada, shakkii fiduu danda'a
Raajeffannoon (!) ajajaaf, gorsaaf, akeekkachiisa
Qoodduun (,) jechoota addaan baasaa nuuf ibsa.
​(Verse 2)
Qoodduu Jabaan (;) himoota of-danda’an fida
Tuq-lamee (:) dhimma adda addaa tarreeffamaan ibsa
Waraabbii Dacha (“ ”) dubbii akkuma jirutti
Waraabbii Qeenxee (‘ ’) jecha adda baasuufi.
​(Verse 3)
Sarara Xiqqaa (-) jechoota wal-qabsiisa
Fuftuun (...) yaada citetti nu agarsiisa
Hammaalttuun ( ( ) ) jechoota wal-fakkaataa
Sirna tuqaaleetiin, kofallee haa barannu!

Musikstil

Pop educational femake voice, Cinematic, Epic, Female Vocals, Child Vocals, Male Vocals energatic